Ergasii ergamtoota keenyaafi isaan amananis nagaa baafna! Akka kanatti mu’uminoota nagaa baasuun Nu irratti haqa.
Yunus 10:103
Compare 2 Oromo translations
ثُمَّ نُنَجِّي رُسُلَنَا وَالَّذِينَ آمَنُوا ۚ كَذَٰلِكَ حَقًّا عَلَيْنَا نُنْجِ الْمُؤْمِنِينَ
DragHold to move · × to hide
Ergasii ergamtoota keenyaafi warreen amananis nagaa baafna! Akka kanatti mu’uminoota nagaa baasuun Nu irratti haqa.