Yoo Rabbiin rakkinaan si tuqe, Isa malee kan isa fuudhu hin jiru; yoo toltuun si fedhees, tola Isaa kan deebisu hin jiru. Isaan (tola saniin) gabroota Isaa irraa nama fedhe tuqa. Inni araaramaa, rahmata godhaadha.
Yunus 10:107
Compare 2 Oromo translations
وَإِنْ يَمْسَسْكَ اللَّهُ بِضُرٍّ فَلَا كَاشِفَ لَهُ إِلَّا هُوَ ۖ وَإِنْ يُرِدْكَ بِخَيْرٍ فَلَا رَادَّ لِفَضْلِهِ ۚ يُصِيبُ بِهِ مَنْ يَشَاءُ مِنْ عِبَادِهِ ۚ وَهُوَ الْغَفُورُ الرَّحِيمُ
DragHold to move · × to hide
Yoo Rabbiin rakkinaan si tuqe, Isa malee kan isa fuudhu (sirraa kaasu) hin jiru; yoo toltuun si fedhees tola Isaa kan deebisu (kan sidhowwatu) hin jiru. Isaan (tola saniin) gabroota Isaa irraa nama fedhe tuqa. Inni araaramaa rahmata godhaadha.