Isaan toltuu hojjataniif (mindaa) gaariifi dabalataatu jira. Gurraachinniifi salphinni homaatuu fuula isaanii hin haguugu. Isaan sun warra jannataati. Isaan ishee keessatti hafoodha.
Yunus 10:26
Compare 2 Oromo translations
لِلَّذِينَ أَحْسَنُوا الْحُسْنَىٰ وَزِيَادَةٌ ۖ وَلَا يَرْهَقُ وُجُوهَهُمْ قَتَرٌ وَلَا ذِلَّةٌ ۚ أُولَٰئِكَ أَصْحَابُ الْجَنَّةِ ۖ هُمْ فِيهَا خَالِدُونَ
DragHold to move · × to hide
Isaan toltuu hojjataniif (mindaa) gaariifi dabalataatu jira. dabalataatu jira. Gurraachinniifi salphinni fuulleen isaanii hin haguugu. Isaan sun warra jannataati. Isaan ishee keessatti hafoodha.