Garuu isaan waan beekumsa isaatiin hin marsiniifi waan hiikkaan isaa amma dura itti hin dhufiniyyi kijibsiisu, Warri isaan duraas akkuma kanatti kijibsiisan, Booddeen miidhaa raawwattootaa akkam akka ta’e ilaali.
Yunus 10:39
Compare 2 Oromo translations
بَلْ كَذَّبُوا بِمَا لَمْ يُحِيطُوا بِعِلْمِهِ وَلَمَّا يَأْتِهِمْ تَأْوِيلُهُ ۚ كَذَٰلِكَ كَذَّبَ الَّذِينَ مِنْ قَبْلِهِمْ ۖ فَانْظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الظَّالِمِينَ
DragHold to move · × to hide
Garuu isaan waan beekumsa isaatiin hin marsiniifi waan hiikkaan isaa amma dura itti hin dhufin kijibsiisu, Warri isaan duraas akkuma kanatti kijibsiisan, Booddeen miidhaa raawwattootaa akkam akka ta’e ilaali.