Dhagayaa! Dhugumatti, wanti samiileefi dachii keessa jiru kan Rabbiiti. Dhagayaa! Dhugumatti, waadaan Rabbii dhugaadha. Garuu irra baay’een isaanii hin beekan.
Yunus 10:55
Compare 2 Oromo translations
أَلَا إِنَّ لِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۗ أَلَا إِنَّ وَعْدَ اللَّهِ حَقٌّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
DragHold to move · × to hide
Dhagayaa! Dhugumatti, wanti samiileefi dachii keessa jiru kan Rabbiiti. Dhagayaa! waadaan Rabbii dhugaadha. Garuu irra baay’een isaanii hin beekan.