“Inumaayyuu isatu (Qur’aana) of biraa uume” jedhuu? jedhiin "suuraa kudhan kan (isin biraa) uumamtuu taate kan isa fakkaattu fidaa Rabbiin ala waan dandeessan waamadhaatii,“yoo kan dhugaa dubbattan taatan.
Hud 11:13
Compare 2 Oromo translations
أَمْ يَقُولُونَ افْتَرَاهُ ۖ قُلْ فَأْتُوا بِعَشْرِ سُوَرٍ مِثْلِهِ مُفْتَرَيَاتٍ وَادْعُوا مَنِ اسْتَطَعْتُمْ مِنْ دُونِ اللَّهِ إِنْ كُنْتُمْ صَادِقِينَ
DragHold to move · × to hide
“moo isatu (Qur’aana) of biraa uume” jedhuu? jedhiin "suuraa kudhan kan (isin biraa) uumamtuu taate kan isa fakkaattu fidaa. Rabbiin malee waan dandeessan waamadhaatii,“yoo kan dhugaa dubbattan taatan.