Yusuf 12:100

Compare 2 Oromo translations

وَرَفَعَ أَبَوَيْهِ عَلَى الْعَرْشِ وَخَرُّوا لَهُ سُجَّدًا ۖ وَقَالَ يَا أَبَتِ هَٰذَا تَأْوِيلُ رُؤْيَايَ مِنْ قَبْلُ قَدْ جَعَلَهَا رَبِّي حَقًّا ۖ وَقَدْ أَحْسَنَ بِي إِذْ أَخْرَجَنِي مِنَ السِّجْنِ وَجَاءَ بِكُمْ مِنَ الْبَدْوِ مِنْ بَعْدِ أَنْ نَزَغَ الشَّيْطَانُ بَيْنِي وَبَيْنَ إِخْوَتِي ۚ إِنَّ رَبِّي لَطِيفٌ لِمَا يَشَاءُ ۚ إِنَّهُ هُوَ الْعَلِيمُ الْحَكِيمُ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Abbaafi haadha isaa siree irratti ol fuudhe, Isaan sujuuda isaaf bu’an, [Inni] ni jedhe: “Yaa abbaa kiyya! kun hiika manaama kiyyaa kan duraaniiti. Gooftaan kiyya dhugaa ishee taasiseera. Gooftaan kiyya tola natti oolee jira. yeroo mana hidhaa irraa na baasee, isin baadiyaa irraa isinfidhe, Erga shayxaanni anaafi obboleeyyan kiyya gidduutti diinummaa uumee booda, Dhugumatti, Gooftaan kiyya nama fedheef mararfataadha, Inni Isa qofatu beekaa, ogeessa.

Gali Ababor

Abbaafi haadha isaa siree irratti ol fuudhe, Isaan sujuuda isaaf bu’an, [Inni] ni jedhe: “Yaa abbaa kiyya! kun hiika manaama kiyyaa kan duraaniiti. Gooftaan kiyya dhugaa ishee taasiseera. Gooftaan kiyya tola natti oolee jira. yeroo mana hidhaa irraa na baasee, isin baadiyaa irraa isinfidhe, Erga shayxaanni anaafi obboleeyyan kiyya gidduu diinumse booda, Gooftaan kiyya nama fedheef mararfataadha, Inni Isumaatu beekaa, ogeessa.

Rowwad Translation Center