Yusuf 12:33

Compare 2 Oromo translations

قَالَ رَبِّ السِّجْنُ أَحَبُّ إِلَيَّ مِمَّا يَدْعُونَنِي إِلَيْهِ ۖ وَإِلَّا تَصْرِفْ عَنِّي كَيْدَهُنَّ أَصْبُ إِلَيْهِنَّ وَأَكُنْ مِنَ الْجَاهِلِينَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

[Inni] nijedhe “Gooftaa kiyya! Hidhaatu waan isaan itti na waaman irra ana biratti jaalatamaadha. Yoo Ati tooftaa isaanii narraa deebifte malee, ani gara isaaniin daba; wallaaltota irraa ta’a”.

Gali Ababor

[Inni] nijedhe “Gooftaa kiyya! Hidhaatu waan isaan itti na waaman irra ana biratti jaalatamaadha. Yoo Ati shira isaanii narraa deebifte malee, ani gara isaaniin daba; wallaaltota irraa taha”.

Rowwad Translation Center