Yusuf 12:48

Compare 2 Oromo translations

ثُمَّ يَأْتِي مِنْ بَعْدِ ذَٰلِكَ سَبْعٌ شِدَادٌ يَأْكُلْنَ مَا قَدَّمْتُمْ لَهُنَّ إِلَّا قَلِيلًا مِمَّا تُحْصِنُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Ergasii san booda, waggoota rakkinaa torbatu dhufa waan isin isaaniif keessan hunda kan nyaatanu, xiqqoo waan kuuftanii malee.

Gali Ababor

Ergasii san booda, (waggoota) rakkinaa (caamaa) torbatu dhufa waan isin isaaniif keessan hunda kan nyaatanu, xiqqoo waan kuuftanii malee.

Rowwad Translation Center