Yusuf 12:64

Compare 2 Oromo translations

قَالَ هَلْ آمَنُكُمْ عَلَيْهِ إِلَّا كَمَا أَمِنْتُكُمْ عَلَىٰ أَخِيهِ مِنْ قَبْلُ ۖ فَاللَّهُ خَيْرٌ حَافِظًا ۖ وَهُوَ أَرْحَمُ الرَّاحِمِينَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

(Ya’aquub) ni jedhe: “Sila akkan duraan obboleessa isaa irratti isin amane malee isa irratti isin amanaa? Rabbiin eegaa ta’uutti caalaadha. Inni irra rahmata godhaa warreen rahmata godhaniiti.”

Gali Ababor

(Ya’aquub) ni jedhe: “Sila akkan duraan obboleessa isaa (tiruu yuusuf) irratti isin amane malee isa irratti isin amanaa? Rabbiin eegaa ta’uutti caalaadha. Inni irra rahmata godhaa warreen rahmata godhaniiti.”

Rowwad Translation Center