Yusuf 12:68

Compare 2 Oromo translations

وَلَمَّا دَخَلُوا مِنْ حَيْثُ أَمَرَهُمْ أَبُوهُمْ مَا كَانَ يُغْنِي عَنْهُمْ مِنَ اللَّهِ مِنْ شَيْءٍ إِلَّا حَاجَةً فِي نَفْسِ يَعْقُوبَ قَضَاهَا ۚ وَإِنَّهُ لَذُو عِلْمٍ لِمَا عَلَّمْنَاهُ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yeroma isaan akkaataa abbaan isaanii isaan ajajeen seenani, (murtii) Rabbii irraa homaa kan isaan duroomsu hin taane. Garuu dhimma lubbuu Ya’aquub keessa jiru ishee raawwateera. Dhugumatti inni waan isa barsiifne irratti abbaa beekumsaati. Garuu irra hedduun namaa hin beekanu.

Gali Ababor

Yeroma isaan akkaataa abbaan isaanii isaan ajajeen seenani, (murtii) Rabbii irraa homaa kan isaan duroomsu (isaanirraa deebisu) hin taane. Garuu dhimma lubbuu Ya’aquub keessa jiru ishee baasee. inni waan isa barsiifne irratti abbaa beekumsaati. Garuu irra hedduun namaa hin beekanu.

Rowwad Translation Center