Yusuf 12:70

Compare 2 Oromo translations

فَلَمَّا جَهَّزَهُمْ بِجَهَازِهِمْ جَعَلَ السِّقَايَةَ فِي رَحْلِ أَخِيهِ ثُمَّ أَذَّنَ مُؤَذِّنٌ أَيَّتُهَا الْعِيرُ إِنَّكُمْ لَسَارِقُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yeroma meeshaa isaanii isaaniif qopheessu, safartuttii meeshaa obboleessa isaa keessa kaa’e, Sana booda lallabaan ni lallabe “isin yaa daldaaltoota dhugumatti isin hattoota” (jedheen).

Gali Ababor

Yeroma meeshaa isaanii isaaniif qopheessu, safartuttii (osoo isaan hinbeekin) meeshaa obboleessa isaa keessa kaa’e, Sana booda (yeroo isaan fe'atanii karaa seenan) lallabaan ni lallabe “isin yaa daldaaltoota isin hattoota” (jedheen).

Rowwad Translation Center