Ar-Ra'd 13:11

Compare 2 Oromo translations

لَهُ مُعَقِّبَاتٌ مِنْ بَيْنِ يَدَيْهِ وَمِنْ خَلْفِهِ يَحْفَظُونَهُ مِنْ أَمْرِ اللَّهِ ۗ إِنَّ اللَّهَ لَا يُغَيِّرُ مَا بِقَوْمٍ حَتَّىٰ يُغَيِّرُوا مَا بِأَنْفُسِهِمْ ۗ وَإِذَا أَرَادَ اللَّهُ بِقَوْمٍ سُوءًا فَلَا مَرَدَّ لَهُ ۚ وَمَا لَهُمْ مِنْ دُونِهِ مِنْ وَالٍ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Isaaf (tokko tokkoo namaatiif) maleeykota wal tareeffatoo ta’an fuuldura isaatiifi duuba isaa irraa ajaja Rabbiitiin isa eegantu jiru. Dhugumatti, Rabbiin waan ummatatti tahe hinjirjiiru, hanga isaan waan isaan waan lubbuulee isaanii keessa jiru jijjiiranitti. Yeroo Rabbiin ormatti hamtuu fedhe, deebisaan isaaf hin jiru; Isaaniif Isaa gaditti gargaaran hin jiru.

Gali Ababor

Isaaf (tokko tokkoo namaatiif) (maleeykota) wal tareeffatoo ta’an (hakaniifii guyyaa itti waljirjiiran) fuuldura isaatiifi duuba isaa irraa ajaja Rabbiitiin isa eegantu jiru. Rabbiin waan ummatatti tahe (qananirraa hamtutti) hinjirjiiru, hanga isaan waan lubbuulee isaanii keessa jiru (shukrirraa gara waakkatuutti) jijjiiranitti. Yeroo Rabbiin ormatti hamtuu fedhe, deebisaan isaaf hin jiru; Isaaniif Isaa gaditti gargaaran hin jiru.

Rowwad Translation Center