Ar-Ra'd 13:27

Compare 2 Oromo translations

وَيَقُولُ الَّذِينَ كَفَرُوا لَوْلَا أُنْزِلَ عَلَيْهِ آيَةٌ مِنْ رَبِّهِ ۗ قُلْ إِنَّ اللَّهَ يُضِلُّ مَنْ يَشَاءُ وَيَهْدِي إِلَيْهِ مَنْ أَنَابَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Isaan kafaran nijedhan “Sila maaliif Gooftaa isaa biraa mallattooleen wahii isarratti hin buufamin?". jedhi “Dhugumatti, Rabbiin nama fedhe ni jallisa; nama deebi’e immoo gara Isaatti qajeelcha”.

Gali Ababor

Isaan kafaran nijedhan “Sila maaliif Gooftaa isaa irraa mallattooleen wahii isarratti hin buufamin?". jedhi “Rabbiin nama fedhe ni jallisa; nama deebi’e immoo gara Isaatti qajeelcha”.

Rowwad Translation Center