Ibrahim 14:25

Compare 2 Oromo translations

تُؤْتِي أُكُلَهَا كُلَّ حِينٍ بِإِذْنِ رَبِّهَا ۗ وَيَضْرِبُ اللَّهُ الْأَمْثَالَ لِلنَّاسِ لَعَلَّهُمْ يَتَذَكَّرُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Firii ishee ni kenniti (nidhalti) Yeroo hunda hayyama Gooftaa isheetiin. Rabbiin fakkeenya namootaaf godha Akka isaan gorfamanuuf jecha.

Gali Ababor

Firii ishee ni kenniti (nidhalti) Yeroo hunda hayyama Gooftaa isheetiin. Rabbiin fakkeenya ilma namaatiif godha Akka isaan gorfamanuuf jecha.

Rowwad Translation Center