Nuti dhugumatti Muusaa raajiwwan keenyaan ergine “Ummata kee dukkanoowwan irraa gara ifaatti baasi, Guyyoota Rabbiitiin isaan yaadachiisi” jechuun. Dhugumatti, kana keessa warra akkaan obsanii, cimsanii galateeffatan hundaaf mallattooleetu jira.
Ibrahim 14:5
Compare 2 Oromo translations
وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا مُوسَىٰ بِآيَاتِنَا أَنْ أَخْرِجْ قَوْمَكَ مِنَ الظُّلُمَاتِ إِلَى النُّورِ وَذَكِّرْهُمْ بِأَيَّامِ اللَّهِ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِكُلِّ صَبَّارٍ شَكُورٍ
DragHold to move · × to hide
Nuti dhugumatti Muusaa raajiwwan keenyaan ergine “Ummata kee dukkanoowwan irraa gara ifaatti baasi, Guyyoota Rabbiitiin isaan yaadachiisi” jechuun. kana keessa mallattooleetu jira warra akkaan obsanii, akkaan galateeffatan hundaaf.