Yeroo keeyyata tokko bakka keeyyata biraa jijjiirre, Rabbiin waan buusu akkan beekaadha; “Ati (yaa Muhammad!) soba of biraa uumaa malee kan biraa miti” jedhu. Dhugumatti irra baay’een isaanii hin beekanu.
An-Nahl 16:101
Compare 2 Oromo translations
وَإِذَا بَدَّلْنَا آيَةً مَكَانَ آيَةٍ ۙ وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا يُنَزِّلُ قَالُوا إِنَّمَا أَنْتَ مُفْتَرٍ ۚ بَلْ أَكْثَرُهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
DragHold to move · × to hide
Yeroo keeyyata tokko bakka keeyyata biraa jijjiirre, Rabbiin waan buusu beekaadha; “Ati (yaa Muhammad!) sobaadha” jedhu. Dhugumatti irra baay’een isaanii hin beekanu.