Nuti dhugumatti “kan (Qur’aana) isa barsiisu nama malee waan biraa miti” jechuu isaanii ni beekna. Qooqni inni isaan gara isaatti jallisanii ‘Ajamii’dha, (Qur’aanni) kun immoo qooqa Arabiffaa ifa bahaadha.
An-Nahl 16:103
Compare 2 Oromo translations
وَلَقَدْ نَعْلَمُ أَنَّهُمْ يَقُولُونَ إِنَّمَا يُعَلِّمُهُ بَشَرٌ ۗ لِسَانُ الَّذِي يُلْحِدُونَ إِلَيْهِ أَعْجَمِيٌّ وَهَٰذَا لِسَانٌ عَرَبِيٌّ مُبِينٌ
DragHold to move · × to hide
Nuti dhugumatti nibeeyna, isaan nijedhanii “kan (Qur’aana) isa barsiisu namuma” Afaan inni isaan gara isaatti jallisanii ‘Ajamii’dha, (Qur’aanni) kun immoo Afaan Arabiffaa mul'ataadha.