An-Nahl 16:25

Compare 2 Oromo translations

لِيَحْمِلُوا أَوْزَارَهُمْ كَامِلَةً يَوْمَ الْقِيَامَةِ ۙ وَمِنْ أَوْزَارِ الَّذِينَ يُضِلُّونَهُمْ بِغَيْرِ عِلْمٍ ۗ أَلَا سَاءَ مَا يَزِرُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Akka Guyyaa Qiyaamaa guutuu taatee badii isaaniitiifi badii warra beekumsa malee jallisanii irraa baadhatanuuf (kana jedhu). Dhagahaa! Wanti isaan baadhatan waa fokkate!

Gali Ababor

Akka Guyyaa Qiyaamaa badii isaaniitiifi badii warra beekumsa malee jallisanii irraa guutuu baadhatanuuf (kana jedhu). Dhagahaa! Wanti isaan baadhatan waa fokkate!

Rowwad Translation Center