Ba’aa keessan ulfaataa gara biyya isin ifaajee (rakkina) lubbuuleetiin malee isa gahoo hin taaneetti baadhatti. Dhugumatti, Gooftaan keessan mararfataa, rahmata godhaadha.
An-Nahl 16:7
Compare 2 Oromo translations
وَتَحْمِلُ أَثْقَالَكُمْ إِلَىٰ بَلَدٍ لَمْ تَكُونُوا بَالِغِيهِ إِلَّا بِشِقِّ الْأَنْفُسِ ۚ إِنَّ رَبَّكُمْ لَرَءُوفٌ رَحِيمٌ
DragHold to move · × to hide
Ba’aa keessan ulfaataa gara biyya isin rakkina lubbuuleetiin malee isa gahoo hin taaneetti baadhatti. Gooftaan keessan mararfataa, rahmata godhaadha.