Guyyaa ummata hunda irraa ragaa kaafnu [yaadadhaa]. Sana booda isaan kafaraniif (akka haasa’an) hayyamamu, (Komii dhiifama qabus) hin komatamanu.
An-Nahl 16:84
Compare 2 Oromo translations
وَيَوْمَ نَبْعَثُ مِنْ كُلِّ أُمَّةٍ شَهِيدًا ثُمَّ لَا يُؤْذَنُ لِلَّذِينَ كَفَرُوا وَلَا هُمْ يُسْتَعْتَبُونَ
DragHold to move · × to hide
Guyyaa ummata hunda irraa ragabahaa kaafnu [yaadadhaa]. Sana booda isaan kafaraniif (akka haasa’an) hin hayyamamu, (Komii dhiifama qabus) hin komatamanu.