Inni gabricha Isaa halkan masjida kabajamaa (Makkaa) irraa gara masjida fagoo, kan moggaa (naannoo) isaa barakaa gooneetti deemsise qulqullaa’e, mallattoowwan keenya irraa akka itti argisiifnuuf, Dhugumatti, Inni Isumatu dhaga’aa, argaadha.
Al-Isra' 17:1
Compare 2 Oromo translations
سُبْحَانَ الَّذِي أَسْرَىٰ بِعَبْدِهِ لَيْلًا مِنَ الْمَسْجِدِ الْحَرَامِ إِلَى الْمَسْجِدِ الْأَقْصَى الَّذِي بَارَكْنَا حَوْلَهُ لِنُرِيَهُ مِنْ آيَاتِنَا ۚ إِنَّهُ هُوَ السَّمِيعُ الْبَصِيرُ
DragHold to move · × to hide
Qulqullaaye Inni gabricha Isaa (muhammadiin) halkan masjida kabajamaa (Makkaa) irraa gara masjida fagoo, kan naannawa isaa barakaa gooneetti deemsise (qulqullaa’e), mallattoowwan keenyarraa argisiifnuuf, Inni (Rabbiin) Isumatu dhaga’aa, argaadha.