Al-Isra' 17:32

Compare 2 Oromo translations

وَلَا تَقْرَبُوا الزِّنَا ۖ إِنَّهُ كَانَ فَاحِشَةً وَسَاءَ سَبِيلًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Sagaagalummaattis hin dhihaatinaa. Dhugumatti, inni (hojii) fokkataafi ta’ee jira, waa hammaatee karaa tahuun isaa.

Gali Ababor

Sagaagalummaatti hin dhihaatinaa. inni (hojii) fokkataa ta’ee jira, waa hammaatee karaa tahuun isaa.

Rowwad Translation Center