Al-Isra' 17:53

Compare 2 Oromo translations

وَقُلْ لِعِبَادِي يَقُولُوا الَّتِي هِيَ أَحْسَنُ ۚ إِنَّ الشَّيْطَانَ يَنْزَغُ بَيْنَهُمْ ۚ إِنَّ الشَّيْطَانَ كَانَ لِلْإِنْسَانِ عَدُوًّا مُبِينًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Gabroota kiyyaan jedhi “isitti (jecha) gaggaarii dubbadhaa. sheyxaanni gidduu isaanii balleessa. sheyxaanni ilma namaatiif diina ifa bahaadha”.

Gali Ababor

Gabroota kiyyaan jedhi “isittii (jecha) gaggaarii dubbadhaa. sheyxaanni gidduu isaanii balleessa. sheyxaanni ilma namaatiif diina ifa bahaadha”.

Rowwad Translation Center