Al-Isra' 17:62

Compare 2 Oromo translations

قَالَ أَرَأَيْتَكَ هَٰذَا الَّذِي كَرَّمْتَ عَلَيَّ لَئِنْ أَخَّرْتَنِ إِلَىٰ يَوْمِ الْقِيَامَةِ لَأَحْتَنِكَنَّ ذُرِّيَّتَهُ إِلَّا قَلِيلًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

(Ibliis) ni jedhe: “Mee naaf himi! Isa Ati ana caalaa kabajje kana, yoo hanga Guyyaa Qiyaamaatti na tursiifte, sanyii isaa muraasa malee garan jallinaa harkisa.”

Gali Ababor

(Ibliis) ni jedhe: “Mee naaf himi! Isa Ati ana caalaa kabajje kana (aadam), yoo hanga Guyyaa Qiyaamaatti na tursiifte, sanyii isaa muraasa malee gara jallinaa harkisa.”

Rowwad Translation Center