Al-Isra' 17:70

Compare 2 Oromo translations

وَلَقَدْ كَرَّمْنَا بَنِي آدَمَ وَحَمَلْنَاهُمْ فِي الْبَرِّ وَالْبَحْرِ وَرَزَقْنَاهُمْ مِنَ الطَّيِّبَاتِ وَفَضَّلْنَاهُمْ عَلَىٰ كَثِيرٍ مِمَّنْ خَلَقْنَا تَفْضِيلًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Dhugumatti, Nuti ilmaan Aadam kabajneerra, Dachiifi galaana keessattis isaan yaabbachiifneerra, Wantoota gaggaarii (halaala) irraas isaaniif hirreera. Irra hedduu wanta uumnee irra caalchisuu isaan caalchifnee jirra.

Gali Ababor

Dhugumatti, Nuti ilmaan Aadam kabajneerra, Barraafii galaana keessattis isaan yaabbachiifneerra, Wantoota gaggaarii (halaala) irraas isaaniif hirreera. Irra hedduu wanta uumnee irra caalchisuu isaan caalchifnee jirra.

Rowwad Translation Center