Namni (addunyaa) tana keessatti jaamaa (qalbii) ta’e,inni aakhiraa keessattis jaamaadha; karaadhaanis irra jallataadha.
Al-Isra' 17:72
Compare 2 Oromo translations
وَمَنْ كَانَ فِي هَٰذِهِ أَعْمَىٰ فَهُوَ فِي الْآخِرَةِ أَعْمَىٰ وَأَضَلُّ سَبِيلًا
DragHold to move · × to hide
Namni (addunyaa) tana keessatti (dhugaa fudhachuu didee) jaamaa (qalbii) ta’e, inni aakhiraa keessattis jaamaadha; karaadhaanis irra jallataadha.