“Gidduu kiyyaafi gidduu keessanitti ragaaf Rabbiin ga’aadha, Dhugumatti, Inni gabroota Isaa beekaa, argaa ta’eera” jedhi.
Al-Isra' 17:96
Compare 2 Oromo translations
قُلْ كَفَىٰ بِاللَّهِ شَهِيدًا بَيْنِي وَبَيْنَكُمْ ۚ إِنَّهُ كَانَ بِعِبَادِهِ خَبِيرًا بَصِيرًا
DragHold to move · × to hide
Jedhi “Gidduu kiyyaafi gidduu keessanitti ragaaf Rabbiin ga’aadha, Inni gabroota Isaa beekaa, argaa ta’eera” (jedhi).