Al-Kahf 18:41

Compare 2 Oromo translations

أَوْ يُصْبِحَ مَاؤُهَا غَوْرًا فَلَنْ تَسْتَطِيعَ لَهُ طَلَبًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yookiin bishaan ishee gadi lixaa tahee ati isa barbaaduu dadhabuun (ni mala).”

Gali Ababor

Yookiin (tahuun nimala) bishaan ishee (lafa keessa) gadi lixaa tahee kan ati isa barbaaduu hindandeenye.”

Rowwad Translation Center