(Muusaan) ni jedhe: “Sun waan nuti barbaadaa turreedha.” Faanoowwan isaanii irra hordafaa gara duubaa deebi’an.
Al-Kahf 18:64
Compare 2 Oromo translations
قَالَ ذَٰلِكَ مَا كُنَّا نَبْغِ ۚ فَارْتَدَّا عَلَىٰ آثَارِهِمَا قَصَصًا
DragHold to move · × to hide
(Muusaan) ni jedhe: “Sun waan nuti barbaadaa turreedha.” (akka karaa hinbanneef jecha) Faanoowwan isaanii irra hordafaa gara duubaa deebi’an.