Al-Kahf 18:74

Compare 2 Oromo translations

فَانْطَلَقَا حَتَّىٰ إِذَا لَقِيَا غُلَامًا فَقَتَلَهُ قَالَ أَقَتَلْتَ نَفْسًا زَكِيَّةً بِغَيْرِ نَفْسٍ لَقَدْ جِئْتَ شَيْئًا نُكْرًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Hanga mucaa tokkotti dhufanitti deemanii achumaan isa (mucicha) ajjeese, (Muusaan) “Sila ati lubbuu qulqulluu lubbuu (ajjeesuun) ala ajjeeftaa? Dhugumatti, ati waan fokkataa hojjatteetta” jedhe.

Gali Ababor

Nideeman Hanga mucaa tokkotti dhufanitti achumaan (namtichi) isa (mucicha) ajjeese, (Muusaan) “Sila ati lubbuu qulqulluu lubbuu (ajjeeftee irraa kafalamtuun) malee ajjeeftaa? Dhugumatti, ati waan fokkataa hojjatteetta” jedhe.

Rowwad Translation Center