Nageenyi isarratti haajiraatu, guyyaa inni dhalate, guyyaa inni du’uufi guyyaa inni jiraataa tahee kaafamus.
Maryam 19:15
Compare 2 Oromo translations
وَسَلَامٌ عَلَيْهِ يَوْمَ وُلِدَ وَيَوْمَ يَمُوتُ وَيَوْمَ يُبْعَثُ حَيًّا
DragHold to move · × to hide
Nageenyi isarratti haajiraatu, guyyaa inni dhalate, guyyaa (dhuma umrii isaatti) inni du’uufi guyyaa (qiyaamaa) inni jiraataa tahee kaafamus.