Yaa abbaa koo! ani Rahmaan irraa adabbiin si tuquun sodaadha, atis sheyxaanaaf jaalallee ta’uu keen (sodaadha)”.
Maryam 19:45
Compare 2 Oromo translations
يَا أَبَتِ إِنِّي أَخَافُ أَنْ يَمَسَّكَ عَذَابٌ مِنَ الرَّحْمَٰنِ فَتَكُونَ لِلشَّيْطَانِ وَلِيًّا
DragHold to move · × to hide
Yaa abbaa koo! ani Rahmaan irraa azaabni si tuquun sodaadha, ati sheyxaanaaf jaalallee ta’uu keen (sodaadha)”.