Al-Baqarah 2:106

Compare 2 Oromo translations

مَا نَنْسَخْ مِنْ آيَةٍ أَوْ نُنْسِهَا نَأْتِ بِخَيْرٍ مِنْهَا أَوْ مِثْلِهَا ۗ أَلَمْ تَعْلَمْ أَنَّ اللَّهَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Wanta keeyyata irraa jijjiirre yookiin si irraanfachiifne caaltuu ishee yookiin fakkaattuu ishee finna. Sila ati Rabbiin waa hunda irratti danda’aa ta’uu hin beektuu?

Gali Ababor

Wanta keeyyata irraa shaarre yookiin si irraanfachiifne caaltuu ishee yookiin fakkaattuu ishee finna. Sila ati Rabbiin waa hunda irratti danda’aa ta’uu hin beektuu?

Rowwad Translation Center