Nuti dhugaan gammachiisaafi akeekkachiisaa taasifnee si ergine. Ati warra ibiddaa irraa hin gaafatamtu.
Al-Baqarah 2:119
Compare 2 Oromo translations
إِنَّا أَرْسَلْنَاكَ بِالْحَقِّ بَشِيرًا وَنَذِيرًا ۖ وَلَا تُسْأَلُ عَنْ أَصْحَابِ الْجَحِيمِ
DragHold to move · × to hide
Nuti (amantii) dhugaan (islaamummaan) gammachiisaafi akeekkachiisaa taasifnee si ergine. Ati warra ibiddaa irraa hin gaafatamtu.