Al-Baqarah 2:124

Compare 2 Oromo translations

وَإِذِ ابْتَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ رَبُّهُ بِكَلِمَاتٍ فَأَتَمَّهُنَّ ۖ قَالَ إِنِّي جَاعِلُكَ لِلنَّاسِ إِمَامًا ۖ قَالَ وَمِنْ ذُرِّيَّتِي ۖ قَالَ لَا يَنَالُ عَهْدِي الظَّالِمِينَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yeroo Ibraahiimiin Gooftaan isaa jechootaan isa mokkoree (Ibraahiimis) isa guute [yaadadhaa], (Rabbiinis) " Ani ummataaf imaama (dursaan) si taasisa" jedhe, (Ibraahiim) ni jedhe:"Sanyii kiyya irraas (taasisi)." (Rabbiinis) ni jedhe: "Waadaan (nabiyyummaan) kiyya warra miidhaa hojjatan hin argatu"

Gali Ababor

Yeroo Ibraahiimiin Rabbiin isaa jechootaan isa mokkoree (Ibraahiimis) isa guute (yaadadhaa), (Rabbiin) " Ani ummataaf imaama (dursaan) si taasisa" jedhe, (Ibraahiim) ni jedhe:"Sanyii tiyya irraas (taasisi)." (Rabbiin) ni jedhe: "Waadaan (nabiyyummaan) kiyya warra miidhaa hojjatan hin gayu"

Rowwad Translation Center