Ibraahiim ilmaan isaatiif ishee (Islaamummaa) dhaamee ture; Ya’aquubiis (sanuma dhaame); "Yaa ilmaan kiyya! Dhugumatti, Rabbiin amantii isiniif filee jiraa Muslimoota taatanii malee hin du’inaa" (jedhe).
Al-Baqarah 2:132
Compare 2 Oromo translations
وَوَصَّىٰ بِهَا إِبْرَاهِيمُ بَنِيهِ وَيَعْقُوبُ يَا بَنِيَّ إِنَّ اللَّهَ اصْطَفَىٰ لَكُمُ الدِّينَ فَلَا تَمُوتُنَّ إِلَّا وَأَنْتُمْ مُسْلِمُونَ
DragHold to move · × to hide
Ibraahiim ilmaan isaatiif isii (Islaamummaa) dhaame; Ya’aquubis (sanuma dhaame); "Yaa ilmaan kiyya! Rabbiin amantii (islaamummaa) isiniif filee jiraa, isinii Muslimoota taatan malee hin du’inaa" (jedhe).