Al-Baqarah 2:138

Compare 2 Oromo translations

صِبْغَةَ اللَّهِ ۖ وَمَنْ أَحْسَنُ مِنَ اللَّهِ صِبْغَةً ۖ وَنَحْنُ لَهُ عَابِدُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Halluu Rabbii isa uumamaa (amantii Isaa) (qabadhaa), kan Rabbirra halleessuu tolchu eenyu? Nuti isaaf gabbaroodha.

Gali Ababor

Halluu Rabbii (isa uumamaa) (amantii Isaa) (qabadhaa). kan Rabbirra halleessuu tolchu eenyu? Nuti isaaf gabbaroodha.

Rowwad Translation Center