Guyyoota lakkaa’amtuu keessatti Rabbiin faarsaa. Namni guyyaa lama keessatti ariifate badiin isarra hin jiru, Namni booda aanes badiin isa irra hin jiru (Kun) nama (Rabbiin) sodaateefi. Rabbiin sodaadhaa beekaa isin gama isaatti oofamtanii.
Al-Baqarah 2:203
Compare 2 Oromo translations
وَاذْكُرُوا اللَّهَ فِي أَيَّامٍ مَعْدُودَاتٍ ۚ فَمَنْ تَعَجَّلَ فِي يَوْمَيْنِ فَلَا إِثْمَ عَلَيْهِ وَمَنْ تَأَخَّرَ فَلَا إِثْمَ عَلَيْهِ ۚ لِمَنِ اتَّقَىٰ ۗ وَاتَّقُوا اللَّهَ وَاعْلَمُوا أَنَّكُمْ إِلَيْهِ تُحْشَرُونَ
DragHold to move · × to hide
Guyyoota (minaa 3n) lakkaa’amtuu keessatti Rabbiin faarsaa. Namni guyyaa lama keessatti jarjaree (deeme) badiin isarra hin jiru, Namni booda aanes (sadi guuttate) badiin isa irra hin jiru. (Kun) nama (Rabbiin) sodaateefi. Rabbiin sodaadhaa beekaa isin gama isaatti oofamtanii.