Al-Baqarah 2:219

Compare 2 Oromo translations

يَسْأَلُونَكَ عَنِ الْخَمْرِ وَالْمَيْسِرِ ۖ قُلْ فِيهِمَا إِثْمٌ كَبِيرٌ وَمَنَافِعُ لِلنَّاسِ وَإِثْمُهُمَا أَكْبَرُ مِنْ نَفْعِهِمَا ۗ وَيَسْأَلُونَكَ مَاذَا يُنْفِقُونَ قُلِ الْعَفْوَ ۗ كَذَٰلِكَ يُبَيِّنُ اللَّهُ لَكُمُ الْآيَاتِ لَعَلَّكُمْ تَتَفَكَّرُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Dhugaatii macheessaniifi qumaara irraa si gaafatu. Jedhi: "Dilii guddaafi faayidaawwantu namootaaf isaan keessa jira. Diliin isaan lamaanii faayidaa isaan lamaanii irra guddaadha." Ammas maal akka arjoomanu si gaafatu “Isa dhimma keessan irraa hafe” jedhiin. Akka xiinxaltaniif jecha Rabbiin akka kanatti keeyyattoota isaa isiniif ibsa.

Gali Ababor

Dhugaatii macheessaniifi qumaara irraa si gaafatu. Jedhi: "isaan lameen keessa Dilii guddootu jira. faayidaawwanis namootaaf (isaan keessa jira). Diliin isaan lamaanii faayidaa isaan lamaanii irra guddaadha". Ammas maal akka arjoomanu si gaafatu “Isa dhimma keessan irraa hafe” jedhiin. Akka xiinxaltaniif jecha Rabbiin akka kanatti keeyyattoota isaa isiniif ibsa.

Rowwad Translation Center