Al-Baqarah 2:232

Compare 2 Oromo translations

وَإِذَا طَلَّقْتُمُ النِّسَاءَ فَبَلَغْنَ أَجَلَهُنَّ فَلَا تَعْضُلُوهُنَّ أَنْ يَنْكِحْنَ أَزْوَاجَهُنَّ إِذَا تَرَاضَوْا بَيْنَهُمْ بِالْمَعْرُوفِ ۗ ذَٰلِكَ يُوعَظُ بِهِ مَنْ كَانَ مِنْكُمْ يُؤْمِنُ بِاللَّهِ وَالْيَوْمِ الْآخِرِ ۗ ذَٰلِكُمْ أَزْكَىٰ لَكُمْ وَأَطْهَرُ ۗ وَاللَّهُ يَعْلَمُ وَأَنْتُمْ لَا تَعْلَمُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yeroo dubartoota hiiktanii beellama isaanii gayan,dhirsoota isaanii heerumuu irraa isaan hin dhorginaa yoo jidduu isaaniitti karaa gaariin walii galan, Sana isin irraa nama Rabbiifi Guyyaa Aakhiraatti amanutu ittiin gorfama. Sun isiniif irra gaariifi irra qulqulluudha. Rabbitu beekaa; isin hin beektanu.

Gali Ababor

Yeroo dubartoota hiiktanii beellama isaanii gayan, (isin maatiin isaanii) jaarsota isaanii heerumuu irraa isaan hin dhorginaa yoo jidduu isaaniitti karaa gaariin walii galan, Sana isin irraa nama Rabbiifi Guyyaa Aakhiraatti amanutu ittiin gorfama. Sun isiniif irra gaariifi irra qulqulluudha. Rabbitu beekaa isin hin beektan.

Rowwad Translation Center