Yoo imala irra jiraattanii barreessaa hin argatin, qabdii fuudhamtuu taatetu (qabadhaa). Yoo gariin keessan garii amane immoo, inni amaname amaanaa isaa haa dhaqqabsiisu; Rabbii Gooftaa isaa haa sodaatu. Ragaa hin dhoksinaa, Namni ishee dhokse, dhugumatti inni onneen isaa dilaawaadha. Rabbiinis waan isin hojjattan beekaadha.
Al-Baqarah 2:283
Compare 2 Oromo translations
وَإِنْ كُنْتُمْ عَلَىٰ سَفَرٍ وَلَمْ تَجِدُوا كَاتِبًا فَرِهَانٌ مَقْبُوضَةٌ ۖ فَإِنْ أَمِنَ بَعْضُكُمْ بَعْضًا فَلْيُؤَدِّ الَّذِي اؤْتُمِنَ أَمَانَتَهُ وَلْيَتَّقِ اللَّهَ رَبَّهُ ۗ وَلَا تَكْتُمُوا الشَّهَادَةَ ۚ وَمَنْ يَكْتُمْهَا فَإِنَّهُ آثِمٌ قَلْبُهُ ۗ وَاللَّهُ بِمَا تَعْمَلُونَ عَلِيمٌ
DragHold to move · × to hide
Yoo imala irra jiraattanii barreessaa hin argatin, qabdii fuudhamtuu taate (qabadhaa). Yoo gariin keessan garii amane immoo, inni amaname amaanaa isaa haa dhaqqabsiisu (haa galchuu); Rabbii Gooftaa isaa haa sodaatu. Ragaa hin dhoksinaa, Namni ishee dhokse dhugumatti inni onneen isaa dilaawaadha. Rabbiin waan isin hojjattan beekaadha.