Ammas yeroo Nuti ummata fir’awn jalaa nagaya isin baafne san (yaadadhaa). kan hamtuu adabbii isin dhandhamsiisaa turan, kan ilmaan dhiiraa keessan gorra’aniifi dubartoota keessan dhiisan.Sana keessa balaa guddaa Gooftaa keessan irraa ta’etu jira.
Al-Baqarah 2:49
Compare 2 Oromo translations
وَإِذْ نَجَّيْنَاكُمْ مِنْ آلِ فِرْعَوْنَ يَسُومُونَكُمْ سُوءَ الْعَذَابِ يُذَبِّحُونَ أَبْنَاءَكُمْ وَيَسْتَحْيُونَ نِسَاءَكُمْ ۚ وَفِي ذَٰلِكُمْ بَلَاءٌ مِنْ رَبِّكُمْ عَظِيمٌ
DragHold to move · × to hide
Ammas yeroo Nuti ummata fir’awna jalaa nagaya isin baafne san (yaadadhaa). kan azaaba hamaa isin dhandhamsiisaa turan, kan ilmaan dhiiraa keessan gorra’an, kan dubara keessan dhiisan. San keessa balaa guddaa Gooftaa keessan irraa ta’etu jira.