Warri sun qajeelfama Rabbii isaanii biraa ta’e irra jiru. Ammas warri sun isaanumatu milkaawoodha.
Al-Baqarah 2:5
Compare 2 Oromo translations
أُولَٰئِكَ عَلَىٰ هُدًى مِنْ رَبِّهِمْ ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ
DragHold to move · × to hide
isaan sun qajeelloo Rabbii isaanii biraa ta’e irra jiru. Ammas isaan sun isaanumatu milkaawoodha.