Yeroo Muusaaf halkan afurtama beellamne [yaadadhaa]. Ergasii isin isa boodaa jibicha [gabbaramaa] taasifattanii warra of miidhe taatan .
Al-Baqarah 2:51
Compare 2 Oromo translations
وَإِذْ وَاعَدْنَا مُوسَىٰ أَرْبَعِينَ لَيْلَةً ثُمَّ اتَّخَذْتُمُ الْعِجْلَ مِنْ بَعْدِهِ وَأَنْتُمْ ظَالِمُونَ
DragHold to move · × to hide
Yeroo Muusaaf halkan afurtama beellamne (yaadadhaa). Ergasii isin isa boodaa jibicha (gabbaramaa) taasifattanii warra of miidhe taatan.