Dhugumatti isin warra isin irraa [dhimma] Sanbataa keessatti daangaa dabranii, "isin jaldeeyyii salphattoota ta’aa" isaaniin jenne beektanii jirtu.
Al-Baqarah 2:65
Compare 2 Oromo translations
وَلَقَدْ عَلِمْتُمُ الَّذِينَ اعْتَدَوْا مِنْكُمْ فِي السَّبْتِ فَقُلْنَا لَهُمْ كُونُوا قِرَدَةً خَاسِئِينَ
DragHold to move · × to hide
Dhugumatti isin warra isin irraa (waayee guyyaa) Sanbataa keessatti daangaa dabran beektanii jirtu, "isin jaldeeyyii salphattoota tahaa" isaaniin jenne.