[Ummanni isaas] "isheen maal akka taate ifa nuuf haa godhuu Gooftaa kee nuuf gaafadhu" jedhaniin, [Muusaanis] ni jedhe: "dhugumatti, Inni (Rabbiin) ‘isheen sa’a hin dulloomin, kan jabbiis hin ta’in giddu gala taate’ jedha, Waanuma ajajamtan dalagaa."
Al-Baqarah 2:68
Compare 2 Oromo translations
قَالُوا ادْعُ لَنَا رَبَّكَ يُبَيِّنْ لَنَا مَا هِيَ ۚ قَالَ إِنَّهُ يَقُولُ إِنَّهَا بَقَرَةٌ لَا فَارِضٌ وَلَا بِكْرٌ عَوَانٌ بَيْنَ ذَٰلِكَ ۖ فَافْعَلُوا مَا تُؤْمَرُونَ
DragHold to move · × to hide
(Ummanni isaa) "isheen maal akka taate haa nuuf ibsuu Gooftaa kee nuuf gaafadhu" jedhaniin, (Muusaan) ni jedhe: "Inni (Rabbiin) ‘isheen sa’a hin dulloomin, tan jabbiis hin ta’in giddu gala taate’ jedha, Waan ajajamtan dalagaa."