badiin mirkanaa'e! warra kitaaba harka isaaniitiin katabanii, ergasii isaan gatii xiqqaa bitachuuf jecha "kun Rabbiin biraa bu’e" jedhaniif. Waan harki isaanii barreessiteef jecha badiin isaaniif haa ta’u! Ammas waan isaan carraaqqataniif jecha badiin isaaniif haa ta’u.
Al-Baqarah 2:79
Compare 2 Oromo translations
فَوَيْلٌ لِلَّذِينَ يَكْتُبُونَ الْكِتَابَ بِأَيْدِيهِمْ ثُمَّ يَقُولُونَ هَٰذَا مِنْ عِنْدِ اللَّهِ لِيَشْتَرُوا بِهِ ثَمَنًا قَلِيلًا ۖ فَوَيْلٌ لَهُمْ مِمَّا كَتَبَتْ أَيْدِيهِمْ وَوَيْلٌ لَهُمْ مِمَّا يَكْسِبُونَ
DragHold to move · × to hide
badiin mirkanaa'e! warra kitaaba harkoowwan isaaniitiin katabanii, ergasii isaan "kun Rabbiin biraa tahe" jedhan gatii xiqqaa isaan bitachuuf jecha . Waan harkoowwan isaanii barreessiteef jecha badiin isaaniif haa ta’u! Ammas waan isaan carraaqqataniif jecha badiin isaaniif haa ta’u.