[Dubbiin akka isin jettan] miti! Namni hamtuu hojjatee hamtuun isaa isa marsite, isaan warra ibiddaati. Isaan ishee keessatti hafoodha.
Al-Baqarah 2:81
Compare 2 Oromo translations
بَلَىٰ مَنْ كَسَبَ سَيِّئَةً وَأَحَاطَتْ بِهِ خَطِيئَتُهُ فَأُولَٰئِكَ أَصْحَابُ النَّارِ ۖ هُمْ فِيهَا خَالِدُونَ
DragHold to move · × to hide
(Dubbiin akka isin jettan) miti! Namni hamtuu hojjatee balleessan isaa isa marsite, isaan warra ibiddaati. Isaan ishee keessatti hafoodha (zalaalam jiraatoodha).