Al-Baqarah 2:97

Compare 2 Oromo translations

قُلْ مَنْ كَانَ عَدُوًّا لِجِبْرِيلَ فَإِنَّهُ نَزَّلَهُ عَلَىٰ قَلْبِكَ بِإِذْنِ اللَّهِ مُصَدِّقًا لِمَا بَيْنَ يَدَيْهِ وَهُدًى وَبُشْرَىٰ لِلْمُؤْمِنِينَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

jedhi "Namni Jibriiliif diina ta’e, [dallansuu isaatiin haa du’u]”. inni (jibriil) fedha Rabbiitiin onnee kee irratti isa (Qur’aana) buuse. inni (qur'aanni) dhugoomsaa waan isa duraatiifi mu’uminootaaf qajeelchaafi gammachisaadha.

Gali Ababor

jedhi "Namni Jibriiliif diina ta’e, (dallansuu isaatiin haa du’u)”. inni (jibriil) fedha Rabbiitiin onnee kee irratti isa (Qur’aana) buuse. inni (qur'aanni) dhugoomsaa waan isa duraati. mu’uminootaaf qajeelchaafi gammachisaadha.

Rowwad Translation Center